Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Isteediyemii Kilaba Maanchister Yuunaatid Oltiraafoodii hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame.
To’attoonni qulqullinaa daawwannaa dhiyeenyaatti taasisaniin, Isteediyemicha keessatti Hantuunni heddumminaan walhoruu fi sadarkaa qulqullinaa fi nyaataa garichaaf madaalliin urjii lamaa kennamuun himameera.
Sadarkaa nyaata fi qulqullinaa garichaaf urjii 4 irraa urji 2’tti gadi buufamee kennamuu, hanqinni qulqullinaa akka fooyyeffamuuf yaad-deebiin kennamuu ‘Mail Online’ gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia