Itiyoo Teeleekoomiin buufataalee Chaarjessa Konkolaattoota Elektirikaa ifoomse

Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin buufataalee Chaarjessa Konkolaattoota Elektirikaa ifoomseera.

Chaarjessi kunneen Altiraa Faasti, Suuppar Faastii fi Chaarjariiwwan Elekririkaa yeroo hattamaa kan jedhaman ta’uu isaanii Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun dhaabbatichaa Fireehiwaat Taammiruun ibsaniiru.

Buufataaleen Daandii Boolee – Magganaanyarrati ijaaraman hojii eegaluu isaanii eeraniiru.

Giddugalli kunneen daqiiqawwan muraasa keessatti Baatirii Konkolaattootaa Chaarjessuun kan danda’an ta’uu eeraniiru.

Yeroo tokkotti Konkolaattoota 32’f humna Guutuu danda’u qabu jedhan

Fatiyaa Abdallaatu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment