Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon damee loltummaan tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’ataniiru.
Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan jila Moorookootti Inispeektara Jeneraalaa Humna Waaraanaa Mootii fi Ajajaa Waraana Kibbaa Leetanaan Jeneraal Mahaammad Baareediin durfamu simachuun dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia