Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa qooda fudhattoota yeroo itti aanu marii ajandaa walitti qabuu sadarkaa biyyaalessaa fi Federaalaatti mari’atamurratti hirmaataniif waamicha dhiyeesseera.
Dhaabbileen Amantaalee, Dhaabbileen miti mootummaa, Waldaaleen, Paartileen Siyaasaa, Qaamolee Mootummaa dabalatee kanneen biroof waamichi godhamaa jiraachuu komishinichi ibseera.
1.Qaamoleen Hojii Raawwachiiftuu Mootummaa Federaalaa
2.Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa
3.Manni Maree Federeeshinii
4.Pireezidaantoonni naannolee fi Kantibaawwan bulchiinsa magaalota lamaanii
5. Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa
6. Manni Murtii Olaanaa Federaalaa
7. Manni Murtii sadarkaa jalqabaa Federaalaa
8. Paartiileen Siyaasaa sadarkaa biyyaalessaa
9. Raayyaan Ittisaa Biyyaa
10. Komishiniin Poolisii Federaalaa
11. Federeeshiniin hojjechiiftoota Itiyoophiyaa
12. Federeeshiniin Waldaalee Hojjettoota Itiyoophiyaa
13. Waldaan Barsiisoota Itiyoophiyaa
14. Koonsartiyeemii Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Itiyoophiyaa
15. Dhaabbileen Barnootaa olaanoo dhuunfaa
16. Federeeshiniin Waldaalee Qaama miidhamtoota Itiyoophiyaa
17. Waldaan Biyyaalessaa maanguddootaa fi Sooramtootaa Itiyoophiyaa
18. Gamtaa Dubartootaa Mariif
19. Federeeshiniin Dubartoota Itiyoophiyaa
20. Federeeshiniin Dargaggoota Itiyoophiyaa
21. Manni Maree Waldaa Damee Daldalaa Itiyoophiyaa
22. Hojjettoonni Mootummaa Federaalaa
23. Dhiibbaa uumtoonnii fi Rogeeyyiin
24. Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa
25. Yaa’iin Dhaabbileen Amantaalee Itiyoophiyaa
26. Waldaaleen Siiviilii Federaalaa
27. Manni Maree Miidiyaalee Itiyoophiyaa
28. Waldaan Ogeeyyii Miidiyaalee Itiyoophiyaa
29. Waldaaleen Ogummaa Federaalaa,
30. Raayyaan Ittisaa fi Poolisiin duraanii
31. Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa
32. Dhaabbanni Abbaa Gaar
33. Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa
34. Komishinaroonni dhaabbilee garaagaraa
35. Dhaabbileen Yuuniversiitii Federaalaa
36. Gamtaan Waldaalee Afooshaalee Itiyoophiyaa
37. Dhaabbileen Miidiyaalee marii sadarkaa Federaalaa yeroo itti aanu gaggeeffamu keessatti akka hirmaatan waamicha dhiyeesseera.
Itiyoophiyaan mari’achaa jirti!
#Oromia #Ethiopia