Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Bishooftutti taa’amaa jira.
Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’adaa Abdurrahman, Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa fi dabalatee hooggantoonni federaalaafi naannoo argamanii jiru.
#Oromia #Ethiopia