Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Finfinneetti taa’amaa jira

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Finfinneeti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa jiru.

Pireezidaantiin Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Dooktar Indaashaw Xaasaw, Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodii fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogas Balchaan waltajjicha dursaa jiru jedhame.

Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa kun har’a magaalota 25 keessatti kan taa’amu ta’uu ragaan Paartii Badhaadhinaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment