Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Jigjigaatti taa’amaa jira

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Jigjigaatti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa kan jiran yoo ta’uu, mata duree ‘Waadaa hanga Aadeffannaa’jedhuun taa’aamaa jira.

Pireezidaantii Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu ibsameera.

Konfiraansii Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalota 25 keessatti taa’amaa jira.

Almaaz Makonniintu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment