Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa magaalaa Shaggaritti taa’amaa jira

Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa bulchiinsa magaalaa Shaggaritti taa’amaa jira.

Kutaaleen hawaasaa garaagaraa konfiraansicharratti hirmaachaa kan jiran yoo ta’uu, mata duree ‘Waadaa hanga Aadeffannaa’jedhuun taa’aamaa jira.

Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi Ministira Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojii Dooktar Abrahaam Balaay dabalatee hoggantoonni Mootummaa Federaalaa fi naannoo maricha dursaa jiraachuu ragaan Kominikeeshinii Magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment