Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale

Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuuu eegaleera.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin,har’a ganama tattaaffiiwwan taasifamaa jiranirratti mari’achuuf Koreen Giddugala Paartii Badhaadhinaa walga’ii eegaleera jedhan..

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment