Maanchister Yuunaayitid dirree isaarratti Biraayitaniin injifatame

Finfinnee, Amajjii 11, 2017 (FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 22ffaan Maanchister Yuunaayitid Dirree isaarratti Biraayitaniin 3 fi 1’n injjfatame.

Gama biraatiin Nootiingihaam Foorest Saawuzhaamtaniin, Eevertan ammoo Tootenhaamiin 3 fi 2’n injifataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment