Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa baatiiwwan jahan darbanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.
Gamaaggamicharratti Kantiibaa Bulchiinsa magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee dabalatee Hoggantoonni olaanoo magaalichaa argamuu ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia