Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) – Ministeerri Fayyaa Konkolaattota Qorichaalee geejjibsisuuf oolan 62 naannooleef dabarseera.
Konkolaattonni kunneen deeggarsa maallaqa Giloobaal Fandii fi Giddugala To’annoo fi Ittisa Dhibeewwanii Afrikaarraa argamen kan bitaman ta’uun isbmaeera.
Deeggarsi taasifame tattaaffii fedhii gaaffiilee dhiyeessii qorichaa hawaasaa guutuuf taasifamu kan gargaaru ta’uun eerameera.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan qaamoolee deeggarsa taasisan galateeffataniiru.
Alemsaggad Asaayyeetu gabaase.
#Oromia #Ethiopia