Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Mooriishiyas Naaviinchaadiraa Raamgoolaam Yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Naaviinchaadiraa Raamgoolaam Wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anitti Ministira Ministeera Indaastirii Malaakuu Allebaliin simatamaniiru.
#Oromia #Ethiopia