Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Jifataan Liivarpuul, lammiin Ijipti Mohaammad Saalaah waggoottan lamaan itti aananiif Liiverpuul turuuf waliigaltee mallateesseera.
Bara Faranjootaa 2017 gara Liiverpuulitti kan makame Mohaammad Saalaah hanga ammaatti taphoota Piriimeer Liigii 294 taphachuun galchiiwwan 184 lakkoofsisuu ‘Sky Sport’ gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia