Obbo Dastaa Leeddaamoon kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa qabaniif maaddii qoodan

Finfinnee, Ebla 10, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon Ayyaana Soomaa Hiikaa sababeeffachuun magaalaa Hawaasatti kutaalee hawaasaa galii gadi aanaa qabaniif maaddii qoodaniiru.
Hoggantoonni olaanoon naannichaa biroon sagantaa maaddii qooduu kanarratti argamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment