Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa naannichaarratti dargaggoota magaalaa Maqalee waliin mari’atan.
Maricharratti dargaggoonni kutaalee magaalaa hundarraa walitti babba’an hirmaachuun eerameera.
#Oromia #Ethiopia