Obbo Musxafeen hoggantoota dhaabbilee nageenyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota dhaabbilee nageenyaa waliin mari’ataniiru.

Hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi dhaabbilee nageenyaa naannichaa waliin mari’ataniiru.

Nageenya naannawaa daangaa caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’achuu ragaan Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment