Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Hawaasa Musliimaa fi ummata Itiyoophiyaa maraan baga geessan jedhaniiru.

Ayyaanichi kan jaalalaa, nageenyaa, waloomaa, galataa fi eebbaa akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia #Ityoophiyaa

Comments (0)
Add Comment