Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaan Kootidivaar Timookoo Meeyileet Kooneen Yaa’ii 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Timookoo Meeleen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee gahan Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan simataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment