Finfinnee, Guraandhala 30, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaa har’a waaree booda taphatameen Cheelsiin morkataa isaa yoo injfatu, Tootenhaam qixa baheera.
Cheelsiin galchii 1 fi 0n Leester Siitii yoo injifatu, Tootenhaam Boornimaawuuz waliin galchii 2 qixa baheera.
Taphni halkan kana sa’aatii 1:30 jalqabee Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal keessummeessu ni eegama.
#Oromia #Ityoophiyaa