Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee taphatameen Dambi Doolloon galchii 2 fi 1n Kutaa Magaalaa Galaan injifachuun qabxii isaa gara 27tti guddifateera.