Piroofesar Birhaanuu Naggaan Gimbiitti Mana barumsaa moodeela ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu ijaarsa eegalchiisan

Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti Mana barumsaa moodeela sadarkaa 2ffaa ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu ijaarsa eegalchiisaniiru.

Piroofesar Birhaanuu dabalatee hoggantoonni olaanoon Mootummaa naannoo Oromiyaa fi hoggansi godinichaa hojiilee misoomaa daawwataa jiru.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment