Qabeenya Uumamaa caalmaatti beeksisuun fayyadamumama damichaa guddisuun barbaachisadha jedhame

Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) –Qabeenya Uumamaa caalmaatti beeksisuun fayyadamumama damichaa itti fufsisuun barbaachisaa ta’uu Ministeerri Tuurizimii beeksise.
Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaa,qondaaltonni Ministeerichaa biroo fi Hojjettonni raawwii karooraa baatiiwwan saglan darbanirratti marii gaggeessaniiru.
Maricharratti raawwii diinagdee gooroo biyyaalessaa haala Naannawaa fi idil Addunyaan wal simsisuun bu’aalee Ministeerri Tuurizimii galmeeserratti gabaasni dhiyaateera.
Haaluma kanaan sadarkaa hundaan raawwiin bu’aa qabeessi galmaa’uu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
Keessattuu sirna diinagdee gooroo tasgabba’aa dirriirsuuf tattaaffii taasifameen qalaa’insa gatii bakka jiruutti akka itti fufuu taasisuun danda’amuun eerameera.
.hanga aleergii dabaluu fi kuufama sharafa alaa guddisuun carra hojii bal’aa uumuun akkasumas dame tuurizimiin raawwiin milka’aan galmeessisuun eerameera.
Comments (0)
Add Comment