Tapha Waancaa FA’n Kiristaal Paalaas walakkaa xumuraaf darbe

Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin Kiristaal Paalaas Fuulhaam injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbe.

Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:15 eegalee taphatameen Kiristaal Paalaas galchii 3 fi 0n Fuulhaam injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffateera.

Taphni halkan sa’aatii 2:15 eegalee Biraayitan Nootingahaam Foresti keessummeessu ni eegama.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment