Finfinnee, Bitootessa 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii dhalattoota naannoo Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatanii dhimmoota waqtaawaarratti gaggeeffamaa jira.
Waltajjiin marii dhalattoota naannoo Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatanii dhimmoota waqtaawaarratti gaggeeffamaa jiru kun qindeessummaa dhalattoota naannichaan ta’uu eerameera.
Gaaffiilee misoomaa fi Diimokiraasii naannichaa dhugoomsuuf Dhaabbata Siiviikii Hawaasaa Paartii Siyaasaa kamiyyuurraa bilisa ta’e hundeessuun murteessaa ta’uun marichaan ka’eera jedhame.
Yeshaambal Mihiratiiti gabaase.