Arsenaal 1 – 1 Bireentifoord
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi waliin qabxii qoodateera.
Taphoota biroo waaree booda taphatamaniin Astoon Viilaan galchii 3 fi 0n Saawuuz Hampitan injifachuun sadarkaa isaa gara 5ffaatti fooyyeffateera.
Eevartan galchii 1 fi 0n Nootiingahaam Foresti yoo injifatu, Biraayitan Leester Siitii waliin galchii 2 qixa xumureera.
#Oromia #Ityoophiyaa