Fana: At a Speed of Life!

Arsenaal tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe

Finfinnee, Ebla 8, 2017 (FMC) – Arsenaal Riyaal Maadriid injifachuun waggoota 15 booda tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbe.

Arsenaal dhaqaa gala galchii 5 fi 1n Riyaal Maadriid injifateera.

Inter Miilaanis dhaqaa gala galchii 4 fi 3n Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbeera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.