Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan kabajamaa jira Ayana Dheressa Mar 30, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan guutuu Itiyoophiyaatti kabajamaa jira. Ayyaanichi Finfinnee dabalatee magaalota garaagaraatti haala ho’aa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Loojistiksii daran ammayyeessuuf hojjetamaa jira –Dooktar Alamuu Simee Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Leenjiin Shamarran damee Loojistiksii irratti bobbasuuf dandeessisu kennamuu eegaleera. Leenjichi shamarran 100 naannolee hundaa fi bulchiinsa…
Idil Addunyaa Maaynaamaaritti kirkira lafaa reektar iskeelii 7.7 galmeessise mudate Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Giddugala Maaynaamaaritti kirkira lafaa reektar iskeelii 7.7 galmeessise mudachuu hordofee balaan mudachuu dhagahame. Hanga ammaatti lakkoofsi…
Biiznasii Oromiyaatti baatiiwwan 8 darban galiin Birrii biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 25 sassaabame Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan saddettan darban galiin Birrii biiliyoonni 100 fi biiliyoonni 25 sassaabamuu Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru kanneen biroof fakkeenya- Obbo… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru bakkeewwan hanqina roobaa qaban biroof fakkeenya akka ta’e Ministirri Muummee Itti…
Oduu biyya keessaa Baatii soomaa kana keessa namoota kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi taasifamuun ibsame Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Baatii Sooma Ramadaanaafi Hiikaa keessa namoota harka qalleeyyii kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi garaagaraa taasifamuu Biiroon Dhimma Hojjetaafi…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Barnootaa dhimmi Birtukaan Tamasgeen ilaalchisee ibsa kenne Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ministeerri Barnootaa dhimmi Birtukaan Tamasgeen Kabbadaa ilaalchisee ibsa kenneera. Hariiroo Birtukaan Tamasgeen Kabbadaa dhaabbilee barnoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa milkiin xumurame Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan milkiin xumuramuu Komishiniin Poolisii naannichaa beeksise. Ayyaanichi bakka uummanni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf qindoominaan akka hojjetan… Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Bu’a qabeessummaa sosochii Itiyoophiyaan haa oomishtuuf dhaabbileen hojimaata qindaa’aafi walsimu hojiirra oolchuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura tokkummaa kan qabuudha- Obbo Dastaa Leeddaamoo Ayana Dheressa Mar 28, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Ayyaanni Fichee Cambalaalaa duudhaalee bu’uura Ida’amuu, Walkabajaafi tokkummaa of keessatte kan hammate ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo…