Author
Ayana Dheressa 4432 posts
Magaalaa Buraayyuutti hiriirri balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkoleessa 26, 2014 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Buraayyuu har'a ganama hiriira deeggarsaa raayyaa ittisa biyyaa fi balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi deeggartoonni isaa…
Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shorokeessitootaa fi deeggarsa duula birmadummaa magaalaa Duukamii…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Magaalaa Duukamii fi Sulultaatti hiriirri deeggarsa duula birmadummaa fi balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee dhaadannoowwan…
Hiriirri balaaleffannaa gareewwan shorokeessitootaa fi deeggarsa duula birmadummaa magaalaa…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Magaalaa Sabbataa,Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Bishooftuutti hiriirri deeggarsa duula birmadummaa fi balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee…
Magaalaa Jimmaatti hiriirri balaaleffannaa ABUT fi shanee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Magaalaa Jimmaatti hiriirri deeggarsa duula birmadummaa fi balaaleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi shanee dhaadannoowwan garaagaraan gaggeeffamaa…
Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaalleffannaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee dhaadannoowwan garaagaraan gaggeeffamaa…
Magaalicha guyyaan galmeesse meeshaalee waraanaa hanga Onkololeessa 27, 2014tti dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Namoota sababoota garaagaraan meeshaalee waraanaa hin galmeessineef guyyaan galmeessaa hanga Onkololeessa 27, 2014tti dheerachuu Poolisiin magaalaa…
Magaalaa Finfinneetti dhimmoonni shakkisisoon yoo muudataan bilbillii eeruutti laatamu ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Jiraattoonni magaalaa Finfinnee dhimmoonni shakkisoon yoo muudataan bilbilli eeruu itti laatanii fi tajaajila poolisii argataan ifoomeera.
Karaa…
Sagantaa ‘Oro-Fresh’ jedhuun oomisha qonnaan bulaa kallattiidhaan gabaa giddugaleesaaf dhiheessuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Sagantaa ‘Oro-Fresh’ jedhuun oomisha qonnaan bulaa kallattiidhaan Gabaa giddu galeesaaf dhiheessuuf qophiin xumuramuu mootummaan naannoo Oromiyaa…