Paartiin Badhaadhinaa milkaa’inoota Itiyoophiyaa hirkatummaarraa oolchaan hedduu galmeesseera…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa milkaa'inoota Itiyoophiyaa hirkatummaarraa oolchuun gara birmadummaa guutuutti ceesisan hedduu galmeesseera jedhan Pireezidaantii…