Federeeshinichi atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophiirra turan gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 4,2012 (FBC)- Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa atleetota shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa Afrikaaf qophii taasisaa turan gaggeessuu beeksise.…