Oduu biyya keessaa Misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bara kana misooma Bunaa irratti xiyyeeffannoon hojjetamaa akka jiru Dooktar Girmaa Amanteen himan. Duullii Buna dulloomee gamashuu godina Jimmaatti…
Biiznasii Ministeerri Galiiwwanii baatii Muddee Birrii biliyoona 18.1 walitti qabe Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii baatii Muddee Birrii biliiyoona 18.1 walitti qabuu beeksise. Ministeerichi baatii Muddee bara 2012tti Birrii biliiyoona 18…
Oduu biyya keessaa Manneen Jireenyaa waliinii kumni 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf ni dabarfamu Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfninnee Manneen jireenyaa waliinii ijaarsi isaanii xumuraman kuma 38 yeroo dhiyootti jiraattootaaf kan dabarsu ta’uu beeksise.…
Waajabila Faanaa Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Qorannoon sanyii mishingaa fooyyeessuu deeggarsa Minsiteera Innooveeshinii fi Teeknooloojiin naannoo Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Finfinneettii…
Balballoommii fi yaada Eeyyamni jirraa ispoortii dhorkame Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) – Eeyyama jirraa(Beetiing) taphoota ispoortii kennuu yeroof dhaabuu isaa Bulchiinsi Lootorii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa beeksise. Dursaan garee kenna…
Ispoortii Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru. Fiigicha…
Oduu biyya keessaa Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qaba Sifen Megersa Jan 13, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) –Hanqina dhiyeessii simintoo furuuf hojjetamuu akka qabu himame. Dhiyeessiin simintoo hanqina qabaachuu bira darbee gatiin isaa dabaluun damee ijaarsaa…
Oduu biyya keessaa Gamoon Waldaa Aksiyoonii Biiftuu Addunyaa eebbifame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2,2012 (FBC)- Waldaan Aksiyoonaa Biiftuu Addunyaa gamoo Birrii miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Daawaatti ijaarsise eebbisiise. Gamoon kun abbaa darbii 5 yoo…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Sululaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalame Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Hojiin Misooma Sululaa fi Kunuunsa Qabeenya uummamaa bara 2012 Godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessatti eegalamee jira. Guyyaa har’aa hojiin misooma…
Oduu biyya keessaa Fedhii geejjibaa guutuuf hojjetamuu qaba Sifen Megersa Jan 11, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2012 (FBC) – Ummataaf Fedhii geejjibaa guutuu fi gaaffiilee damichaan ka’u deebisuuf hojjetamuu qaba jedhame. Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen qindoomaa…