Idil Addunyaa Aangoon Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban daanga’e Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa preezdaant Traamp Iiraan irratti waraana labsuuf qaban akka daanga’u mirkaneesse. Murteen darbe kun…
Waajabila Faanaa Daa’imman walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda bahan Sifen Megersa Jan 10, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Naajeeriyaatti daa’imman lakkuun walqabatanii dhalatan yaala baqaqsanii yaaluun adda ba’uu isaanii ibsameera. Yaalli baqaqsanii yaaluu daa’immaan lakkuu…
Idil Addunyaa Ameerikaan Iiraan waliin nan mari’adha jette Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) –Ameerikaan haal duree tokko malee Iiraan waliin marii taasisuuf qophii ta’uun ishee himameera. Ameerikaan xalayaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniif…
Teeknooloojii Iityoo-Teeleekoom miidhaa bu’ura misoomaatin Birrii miiliyoona 100 kassare Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Iityoo -Teeleekoom miidhaa bu’uraalee misoomaa irra ga’een ji’oottan 6n darbanitti Birrii miiliyoona 100 dhabuu isaa beeksiseera. Bu’uura misoomaa 547…
Oduu biyya keessaa Maalaawiin walitti dhufeenya diippiloomaasii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu ibsite Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Maalaawiin walitti dhufeenya diippiiloomaasii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu beeksifte. Ministirri Dhimma Alaa Maalaawwii Firaansiis…
Idil Addunyaa Balaa ibidda bosonaa Awustiraaliyaatin hanga ammaatti bineensonni biiliyoonni 1.25 gubataniiru Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Balaa ibidda bosonaa Awustiraaliyaatin hanga ammaatti bineensoonni biiliyoona 1.25tti tilmaammaman du’uu isaanii "World Wide Fund for Nature (WWF)"…
Ispoortii Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate Sifen Megersa Jan 9, 2020 0 Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte. Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa guyyaa booru walga’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee mana marichaa guyyaa booru akka gaggeessu beeksiseera. Manni marichaa walga’ii idilee booru…
Idil Addunyaa Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun… Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Erga Iiraan buufata loltootaa Ameerikaa lama irratti haleellaa raawwattee booda gatiin boba’aa dabaluun isaa ibsameera. Haaluma kanaan…
Ispoortii Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa ifoome Sifen Megersa Jan 8, 2020 0 Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa har'a ifoomera. "Tokkummaan nageenya lammiileef’ mata duree…