Oduu biyya keessaa Ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame Sifen Megersa Jan 4, 2020 0 Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Handhuura Finfinnee Gootaraatti ijaarsi naannoo mana jireenyaa Amiibaaraa eegalame. Sirna eegalchiisuu kana irratti itti aanaa Kaantibaa Magaalaa…
Ispoortii Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama. Taphoota shan taphachuun priimiyar…
Fayyaa Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa eebbifame Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Eejansiin Dhiyeessii Qoricha Ityoophiyaa mankuusaa qabbaneessaa qorichaa ijaarsisaa ture ebbisiise. Mankuusaan qabbaneessaa qorichaa kun qorichoonni…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa boru xumura ni argata Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa oolmaa isaa guyyaa 5ffaan har’a dorgommiiwwan 8 xumura argataniiru. Dorgommii guddattoota umurii 16…
Idil Addunyaa Hoggantoonni olaanoo Iiraan Ameerikaadhan ajjeefaman Sifen Megersa Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo humna waraanaa fi paarlaamaa Iiraan xiyyaara waraanaa Ameerikaatin ajjeefamuun himame. Hogganaan humna waraanaa Iiraan…
Ispoortii Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota isaa galateeffate Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa FDRI hojjettoota yeroo dheereef tajaajilan galateeffate. Federeeshinichi hojjettoota isaa bara dheeraaf mana hojichaa…
Teeknooloojii Hindi yeroo jalqabaaf namoota gara hawaatti erguufi Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Ejensiin Hawaa Hindii yeroo jalqabaaf namoota 4 gara hawaatti erguuf qophiirra jiraachuu beeksiseera. Karoorri kunis hanga bara Faranjootaa 2022tti…
Oduu biyya keessaa Injiiner Taakkalaa Uumaan barattoota Kompiiyuutara badhaasan Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Injiiner Taakkalaa Uumaan ayyaana Qillee sababeeffachuun barattoota Kompiiyuuta Taabileettii badhaasaniiru. Itti aanaa kaantibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’e Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC)- Rakkoolee invastimantii alaa harkisuu mudataa jiran furuuf waltajjiin qindoominaa hundaa’uun himameera. Rakkoolee adeemsa invastimantii harkisuu mudataa…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lubbuun namoota 18 darbe Sifen Megersa Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Balaa ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 18 irra yoo ga’u manneen kumni 1 fi 300 barbadaa’uu Muummeen Ministiraa biyyaatti…