Dooktar Mangistuu Baqqalaan aanaa Sinaanaatti facaasaa qonna arfaasaa eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) –Ittigaafatamaan ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan Godina Baalee aanaa Sinaanaatti facaasaa qonna arfaasaa…