Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Amaaraa Sambata dhufu eegala jedhame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa waltajjii marii ajandaa walitti qabuu kan Naannoo Amaaraa Sambata dhufu irra eegalee kan gaggeessu ta’uu…