Ispoortii Notiingahaam Foresti 1 – 0 Maanchiister Siitii Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Notiingahaam Foresti galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii injifateera. 'Callum Hudson-Odoi'…
Oduu biyya keessaa Charinnat Hariifoon eenyu? Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Lammiin Itiyoophiyaa dargaggoo Charinnat Hariifoon Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Bu’aa Dhaabbii Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Bahaa Afrikaa ta’uun…
Oduu biyya keessaa lallabni Wangeelaa Addabaabaayi Masqalaatti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Qopheessummaa Mana Maree Manneen Amantaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa fi Waldaa Wangeelaa Biilii Giraamiin lallabni Wangeelaa Mata duree…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 39 baasan to’ataman Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Guraandhala 21- 27, 2017tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 39 baasan to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech guyyaa Dubartootaa idil addunyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa Dubartootaa idil addunyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii guyyoota sadiif gaggeessaa… Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii guyyoota sadiif gaggeessaa ture xumureera. Waltajjichaan raawwiin hojii…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu Sudaan Kibbaa gale Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera. Jilichi turtii…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…
Oduu biyya keessaa Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru. Giddugalichi kalaqa ogummaa kan…
Ispoortii Dorgommiin Biskileetii Magaalaa Yaaballootti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Dorgommii Biskileetii Tuurii Gadaa marsaa 8ffaan walharkaa Fuudhiinsa Baallii Gadaa Booranaa haaromsan boodaa 72ffaa sababeefachuun magaalaa…