Fayyaa Faayidaan Teemiraa maali ? Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Teemirri waayita soomaa hawaasa Musliimaa biratti nyaata ulfinaa fi faayidaa fayyaa olaanaa qabuudha. Teemirri Albuudotaa fi vaaytaaminoota hedduu of…
Oduu biyya keessaa Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si’ataa dhiyeenyatti akka argatu… Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Gurmaa'insi caasaa gandaa haaraan hawaasni tajaajila si'ataa, haqa qabeessaa fi iftoomina qabu dhiyeenyatti akka argatu taasisaa jiraachuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hawaasni gaaffiilee dhimmoota adda addaarratti qabu akka dhiyeessu gaafatame Tsehay Guluma Mar 11, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2017 (FMC) – Hawaasni Barnootaa, Fayyaa, Diinadgee fi damee oomishaa, akkasumas dhimmoota ibsa barbaachisurratti gaaffiilee akka dhiyeessu Waajjirri Ministira…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dandiitti Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii bakka addaa annaanoo jedhamutti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame. Balichi Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Booranaatti hojiilee misoomaa daawwatan Tsehay Guluma Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Booranaatti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin kuusaa…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu naannolee garaagaraatti ijaarsisuun walitti dhufeenya ummattootaa daran… Tsehay Guluma Mar 10, 2025 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa naannolee garaagaraattiijaarsisuun walitti dhufeenya ummattootaa daran cimsuufi…
Ispoortii Notiingahaam Foresti 1 – 0 Maanchiister Siitii Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Notiingahaam Foresti galchii 1 fi 0n Maanchiister Siitii injifateera. 'Callum Hudson-Odoi'…
Oduu biyya keessaa Charinnat Hariifoon eenyu? Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Lammiin Itiyoophiyaa dargaggoo Charinnat Hariifoon Mootummoota Gamtoomaniitti Bakka Bu’aa Dhaabbii Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Bahaa Afrikaa ta’uun…
Oduu biyya keessaa lallabni Wangeelaa Addabaabaayi Masqalaatti gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Qopheessummaa Mana Maree Manneen Amantaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa fi Waldaa Wangeelaa Biilii Giraamiin lallabni Wangeelaa Mata duree…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 39 baasan to’ataman Tsehay Guluma Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Guraandhala 21- 27, 2017tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 39 baasan to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiseera.…