Oduu biyya keessaa Ejensichi Balaa Tiraafikaa hir’isuf xiyyeffannaan hojjecha jiraachuu ibse Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Ejensiin Geejjiba Oromiyaa balaa Tiraafikaa hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu ibseera. Ejensiichi…
Biiznasii Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabame Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban galiin Birriin biiliyoonni 374 ol walitti qabamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Ministeerichi raawwii hojii baatiwwan 9…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannicha gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan 9 gaggeessuu eegale Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii hojii baatiiwwan saglan darbanii gaggeessuu eegaleera. Pireezidaantii naannicha Obbo Ordiin Baadrii…
Oduu biyya keessaa Naannichi Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiise Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Naannoon Kibba Itiyoophiyaa Ayyaana Sooma Hiikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 445’f dhiifama taasiiseera. Ayyaana Sooma Hiikaa…
Ispoortii Tapha darbii Kilaboota Landan Cheelsii fi Tootenhaam hawwiin eegamu Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii Kilaba Lixa Landan Cheelsii fi Kilaba Kaaba Landan Tootenhaam gidduutti har’a gaggeeffamu hawwiin eegama.…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif… Tsehay Guluma May 2, 2024 0 Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaanoota Dhaloota 2ffaa Ayyaanaa Sooma Hiika sababeeffachuun gara biyyaa dhufaniif simannaan taasiifamaa jiraachuu ibsame. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti rakkoon nageenyaa ture fooyya’aa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma Apr 30, 2024 0 Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Godinaalee Wallagaa Lixaa ,Qellem Wallagaa fi Gujii Lixaatti Qindoomina caasaa nageenyaa fi hawaasaan hojii hojjetameen rakkoon nageenyaa ture…
Idil Addunyaa Keeniyaatti Balaa Lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 170 ga’uu ibsame Tsehay Guluma Apr 30, 2024 0 Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Balaa Lolaa hamaa Giddu Galeessa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 170 ga’uu ibsameera. Keeniyaatti rooba cimaa walitti…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman Tsehay Guluma Apr 30, 2024 0 Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) - Hooggantoonni Mootummaa Naannoo Oromiyaa sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluu" Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mata duree ‘Daandii Qulqulluu…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni BCHUOO sosochii ‘Itiyoophiyaa qulqulluutti’ makaman Tsehay Guluma Apr 30, 2024 0 Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Sosochii ‘Itiyoophiyaa Qulqulluu mata Duree ‘Daandii Qulqulluu –Jireenya fayyaa’ jedhuun…