Kantiibaa Adaanech guyyaa Dubartootaa idil addunyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen guyyaa Dubartootaa idil addunyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…