Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Apr 15, 2024 0 Finfinnee, Ebla 7, 2016 (FBC) – Yaa'iin Dhaabbilee Amantaa Idil-addunyaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa'icha irratti abbootiin…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan 3 ifoomse Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Qonnaa tarsiimoowwan haaraa 3 ifoomseera. Tarsiimoo nageenyaa fi qulqullina nyaataa, bulchiinsa oomishaa duraa fi sirna nyaataa ifoomsuu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisise Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa Barattoota Muummee garaagaraan barsiisaa ture 778 eebbisiseera. Yuunivarsiitichi har’a barattoota 26 digrii 3ffaan ,…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisan Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojiilee misooma qindaa’aa Gullallee eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru. Aadde Adaanach…
Fayyaa Qabiyyee fi Faayidaa Killee Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Killeen nyaata qabiyyee nyaataa hedduu of keessaa qabuu fi baayyee fayyaaf gaarii ta’an keessaa isa tokkoodha. Qabiyyee Killeen…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 33ffaan tapha har’a Niwuukaastiil Tootenhaam waliin taasiisuun eegalama. Har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroot 4ffaan har’a haala hoo’aa ta’een xumurama Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan har’a bifa hoo’aa ta’een xumurama. Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlaand jiraatan waliin mari’atan Tsehay Guluma Apr 13, 2024 0 Finfinnee, Ebla 5, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen lammiilee Itiyoophiyaa Siwiizarlandii jiraatan waliin mari’ataniiru. Pireezidaant Saahilawarq Fooramii tumsa…
Oduu biyya keessaa Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama Tsehay Guluma Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot 4ffaan boru xumurama. Torbeewwan 12 darbaniif dorgomtoota 16 gidduutti gaggeeffamaa kan…
Fayyaa Jilli Dooktar Maqdaasiin durfamu Maqaleetti Hoospitaalaa Ayidarii daawwate Tsehay Guluma Apr 12, 2024 0 Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaa fi Qoondaltoota olaanoo Mootummaan durfamu Maqaleetti Hoospitalaa Rifeeraalaa Ayideer fi Warshaa…