Ispoortii Haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee xumurame Tsehay Guluma Mar 21, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Ulaagaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa bu’uura taasiisuun haaromsi Istaadiyeemii Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture guutumaan guutuutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saalvaa Kiir badhaasaa Nishaanii olaanaa biyyattii Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa… Tsehay Guluma Mar 21, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa fi Ajajaa Olaanaan Humna Waraanaa Waliigalaa biyyattii Saalvaa Kiir Maayaardiit Badhaasaa Nishaanii olaanaa…
Idil Addunyaa Isiraa’eel gaggeessaa olaanaa Hamaas Maarwaan Iisaa ajjeessuu ibsame Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gaggeessaa olaanaan Hamaas Maarwaan Iisaa haleellaa qilleensaa Israa'el gaggeessiteen ajjeefamuu Ameerikaa beeksifte. Waraanni…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Itiyoophiyaatti dhibee HIV Eedsii ittisuuf kan oolu Doolaara miiliyoona 111 deeggarsa… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa karoora yeroo ariifachiisaan tattaaffii Itiyoophiyaan bara 2030tti HIV/AIDS dhabamsiisuuf taasisaa jirtuuf…
Oduu biyya keessaa Bakka buutoonni Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Dureewwanii fi barsiisonni Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Itti…
Oduu biyya keessaa Gareen deeggarsaa fi hordoffii Dooktar Ballaxee Mollaan durfamu Aanaa Dodolaatti hojiilee misoomaa… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Gareen deeggarsaa fi hordoffii Ministira Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxee Mollaan durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa…
Biiznasii Baankichi rakkoo Siistamaa tibbana muudate akka carraatti fayyadamuun kanneen maamiltoota… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa rakkoo Siistamaa tibbana muudate akka carraatti fayyadamuun kanneen maamiltoota waliindhahuuf yaalaan…
Oduu biyya keessaa Sirna fedhiifi faayidaa uummata itti fufiinsaan mirkaneessuu danda’u ijaaraa jirra – Aadde… Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Sirna fedhiifi faayidaa uummata itti fufiinsaan mirkaneessuu danda’u ijaaraa jirra jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan.…
Ispoortii Taphoota guutuu Afrikaan har’a fiigichi meetira kuma 10 ni gaggeeffama Tsehay Guluma Mar 19, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Taphoota guutuu Afrikaan har’a fiigicha meetira kuma 10 dhiiroota gidduutti gaggeeffamuun Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu. Fiigicha har’a…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota Baalaastikaa hedduu gara Galaana Bahaatti furgugsuu ibsame Tsehay Guluma Mar 18, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2016 (FBC) –Antoonii Biliinkan Se’ool galuu hordofee Kooriyaan Kaabaa Misaa’eloota Baalaastikaa fageenga gaggabaaboo hedduu gara Galaana Bahaatti furgugsuu…