Oduu biyya keessaa Wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome Wabi Fufa Mar 16, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 7, 2013 (FBC) – Diinagdee dijiitaalaa kan cimsu wiirtuun odeeffannoo ‘Reed Fooksi’ jedhamu ifoome. Sirnicharratti Ministirri Deettaan Ministeera Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa gidduugala aadaa fi barnootaa Xaayituuf Birrii miliyoona 5 kenne Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Sirni walbaruu fi galii walitti qabuu giddugala barnootaa fi aadaa Xaayituu magaalaa Finfinneetti taasifameera. Sirnicharratti Itti Aanaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad dhaabbata Keenyaa daawwatan Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) –Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi Preezdantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abddisaa fi angawoonni Mootummaa Federaalaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Abbaa Duulaa Gammadaa Dooktareetii kabajaa argatan Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Haramaayaa obbo Abbaa Duulaa Gammadaa fi Obbo Abduulaayyi Alii Shariifif Dooktireetii kabajaa kenne. Yuunivarsitiin Haramaayaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaatti oomisha qamadii jallisiin misoome… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaa Aanaa Eebaan Arsii Ganda Shoobaa Bultumitti oomisha qamadii jallisiin misoome…
Oduu biyya keessaa Sirni kenniinsa talaallii ittisa Covid-19 Hospitalaa Waliigalaa Maqaleetti egalame Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dr. Liyaa Taddassaa Maqaleetti kenniinsa talallii ittisa Covid-19 eegalchisan. Hojigaggeessa Olanaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti talaallin Kooviid 19 kennuun egalame Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Magaalaa Moojoo hospitaala sdarkaa jalqaba Moojootti talaalli keennun egalameera. Sirna talaallii kennuu jaqlqabsiisuu kanarraatti Afyaa'iin…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Yuunivarsitiin Haramaayaa Koollajjiin Fayyaa fi Saayinsii Wallaansaa barattoota 573 Sagantaalee garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiseera.…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun hojii eegalsiisaniiru. Eebba kana irratti…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Mana Barnootaa Addaa Proojaktii Qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaa sadarkaa 1ffaa Abdii… Wabi Fufa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaan Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa magaalaa sandaafaa bakkeetti ijaarsa mana barnoota Addaa (special…