Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni bara haaraa saba Geede’oo ‘Daraaroon’ kabajamaa jira

Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta’e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira.

Ayyaanichi mata duree ‘Daraaroo Tokkummaa, Misoomaa fi guddinaaf’ jedhuun kabajamaa jira.

Sirna kabaja ayyaanichaa sadarkaa biyyaatti beeksisuurra darbee hambaa Idil Addunyaa akka ta’uuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu eerameera.

Ayyaanni kun bakka hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi naannoo argamanitti magaalaa Diillaatti kabajamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.