Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxir magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira.

Ayyaanichi Soolaataa Iidaa dabalatee sirnoota amantichaa garaagaraan haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.

Sirna kabaja ayyaanichaarratti hordoftoonni amantaa Islaamaa magaalaa Jimmaafi naannawaa ishee hirmaataniiru.

Abdurahamaan Mahaammaditu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.