Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxir magaalaa Shaashamanneetti kabajame

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir magaalaa Shaashamanneetti kabaameera.

Hordooftootni amantichaa akkuma yeroo ji’a ramadaanaa aadaa walii yaaduu fi wal gargaaruu itti fufsiisuu akka qaban dhaamameera.

Hordoftoonni amantichaa FMC’f yaada isaanii ibsanis akkaataa duudha amantichaan walgargaaruufi waliif yaaduu akka itti fufanis ibsaniiru.

Jamaal Kadirootu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.