Fana: At a Speed of Life!

Sirni kabaja Ayyaana Iid Alfaxir milkiin xumuramuun ibsame

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017(FMC)- Sirni kabaja Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1,446ffaan guutuu biyyattiitti milkiin kabajamee xumuramuu Poolisiin Federaalaa ibse.

Uummata Itiyoophiyaa, hordoftoota amantaa musliimaa, abbootii amantaa, koree qophii ayyaanichaa, dargaggootaafi qaamolee nageenyaa ayyaanichi bifa ho’aan kabajamee akka xumuramuuf gahee isaanii bahatan galateeffateera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.