Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan guutuu Itiyoophiyaatti kabajamaa jira.

Ayyaanichi Finfinnee dabalatee magaalota garaagaraatti haala ho’aa ta’een kabajamaa kan jiru yoo ta’u, hordoftoonni amantaa musliimaa bakkeewwan ayyaanichi kabajamutti argamuun sirna Soolaataa gaggeessaa jiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.