Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Asallaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan godina Arsii Magaalaa Asallaatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka abbootiin amantaafi hordoftoonni amantichaa argamanitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Hordoftoonni amantichaas akkaataa duudhaa amantichaan jaalalaafi tokkummaan sirna Salaataa gaggeessaa jiru.
Abdallaa Amaantu gabaase.