Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 21, 2017 (FMC) – Ayyaanni Iid Alfaxir waggaa 1446ffaan magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira.

Hordoftoonni amatichaa ayyaanicha Isteediyeemii Gaambeellaatti sirnoota garaagaraan haala ho’aa ta’een kabajaa jiru.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.